عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The congregation, Friday [Al-Jumua] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Surah The congregation, Friday [Al-Jumua] Ayah 11 Location Madanah Number 62

Inni Isa ummata barreesuufii dubbisuu hinbeeyne keessatti ergamaa isaan irraa ta'e (muhammad) ergeedha, kan keeyyattoota Isaa isaan irratti qara'u, (shirkii irraayis) isaan qulqulleessuufi kitaabaafi ogummaa isaan barsiisu ergeedha. Isaan (ergamuu isaatiin) dura jallinna ifa ta'e keessa turan.

(Ummata) biroos kan isaan irraa ta'anii isaanitti hin dhaqqabiniifis (isa erge) Inni injifataa ogeessa.